Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Hamma majii geessii biyya waliin geessi


Question 2

Bifaan gurraattii amalaan giiftii


Question 3

Hin dhiqattu hin dibattu ni bareeddi


Question 4

Ganama argee guyyaa dhabe


Question 5

Lafarra kaattii saree fakkaatti


Question 6

Jiraa du'aa baatu, du'aa jiraa baatu


Question 7

Yoo bahu mana ilaalaa yoo galu ala ilaala


Question 8

Ani asin kaa'ee maaltu achirra sikaa'e


Question 9

Ani silaalaa ati waaqa ilaalta


Question 10

Arraba hin qabuu daaraafi awwaara arraaba


Question 11

Yoo nyaatu ni fayyaa yoo dhugu ni du'a


Question 12

Balbala cufattee sirbiti


Question 13

Sangaa gurraachi bosona keessa deema


Question 14

Baala fakkaataa waaqarra kaata


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex