Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Aayyaafi aabbaan wallolan; jarri araara dhufte jidduutti dhumte.


Question 2

Aayyoo hamtuun karaatti duute.


Question 3

Aayyoo qaruxeen karaatti duute.


Question 4

Abbaa gabaabaan lafa jala daldala.


Question 5

Abbaan bullukkoo marmaratee rafe.


Question 6

Abbaan ijoollee shan qaba; shananuu walcinaa oolu.


Question 7

Abbichoo guddaa, ilmaan Kashaashee, lamaan qadaade.


Question 8

Adaadaa kee lafa irra butan.


Question 9

Adaadaa kee udduun dasheedha.


Question 10

Afaan bantee nama ilaalti.


Question 11

Afur ta'ee dhaqa; shan ta'ee gala.


Question 12

Agadaa shaxaxee uggum yaa mi'aashee.


Question 13

Akka bofaa lo'a; akka arbaa haga.


Question 14

Allaattii tokkittiin muka sadii irra teessi.


Question 15

Arrafeen duutee, biyyi itti yaa'a.


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex