Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Bixxilleen lamaan tabbatti hirkatte


Question 2

Hoolaan gurraachi abbaan koo naaf qale dhiiga hin qabu


Question 3

Ilmoon haadha keessaa baatee haadha dhiitti


Question 4

Funyaan qabdii hin haxxifattu


Question 5

Qamadii garaa jalaa bokkaan hin tuqu


Question 6

Bakka qottiyyoo diimaan ciise margi hin margu


Question 7

Osoon kolfuun gubadhe


Question 8

Loon baay'ee keessaa kormaa tokko qofa


Question 9

Shaa jettii shanbaa jettii harkaan nan tuqin jettii


Question 10

Ilkaan hin qabduu dheedhii nyaachuu hin dadhabdu


Question 11

Osoo boossuu kofaltii osoo haatuu mar'atti


Question 12

Gabaabaa qalbii dheeraa


Question 13

Dheeraa qalbii gabaabaa


Question 14

Mana hin qabduu nyaata hin dhabdu


Question 15

Loon hin qabduu ni elmiti


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex