Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Asuma taa'ee walitti qabe


Question 2

Godoo gamaa balballi ishee lama


Question 3

Ganama hiyyeessa galgala dureessa


Question 4

Gabaa hin dhaqxu dhadhaa hin dhabdu


Question 5

Ilmoon ni deemna ni deemna jetti haati ni teenya jetti


Question 6

Haati lafa dhiitti ilmoon haadha dhiitti


Question 7

Adii dhala gurraacha horsiifata diimaa guddifata


Question 8

Jaarsa gabaabaa bareedaa kan afaan areedaa


Question 9

Abbaan Bokkuu marmaratee rafe


Question 10

Ari'anii hin qaban utaalanii hin dhaban


Question 11

Soba dhugaa fakkaatu


Question 12

Fannisan fannoo hin qabduu teesisan teesson hin qabdu


Question 13

Guyyaa bakka feete ooltee galgala hanxaxiin cufatti


Question 14

Funyaan qabdii furrii hin baafattu


Question 15

Hojii waaqaa mukti buuphaa buuse


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex