Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Funyaan qabdi; furrii hinfudhattu.


Question 2

Gaafa sadii qaba; ninyaachisa malee hinyaatu.


Question 3

Gabaabaa qalbii dheeraa


Question 4

Gamanaa aadee gamatti nyaate.


Question 5

Gamanni tabba, gamni tabba, jidduu jawweetu lo'a


Question 6

Gamoo diigan, marxifatee sirba.


Question 7

Ganama argee, guyyaa dhabe.


Question 8

Ganama miila afur, guyyaa miila lama, galgala miila sadii


Question 9

Ganna nidorrobdi; bona nigatatti.


Question 10

Garbittiin balbala cufatteet guungumti.


Question 11

Garbittiin keenya dhiiga fincoofti.


Question 12

Goggogaan jiidhaatti biqile.


Question 13

Goodaa bal'aa atara facaase.


Question 14

Guutan hinulfaatu.


Question 15

Guyyaa namaa gadi; halkan namaa oli.


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex