Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Shak hinjedhu, ce'ee baha.


Question 2

Shaniin dhahee shantama albaase.


Question 3

Tokko ganama jibba tokko galgala jibba tokko ganna jibba


Question 4

Fuuldura mootii teessee fincoofti


Question 5

Akaayii ishee hin nyaatanii gaaddisa ishee hin taa'ani.


Question 6

Bifaan wal fakkaatti hojiidhaan wal caalti


Question 7

Abbaan garbee iyyaa darbe


Question 8

Isuma tumuu isumaan qabu


Question 9

Asii fiigee gunbii diige


Question 10

Afur taatee boolla tokkotti fincoofti


Question 11

Lafee hin qabu ija hin dhabu


Question 12

Karaarra teessee qullubbii qollaati


Question 13

Akka ayyaana keenyaa halaala irra teenya


Question 14

Yoo ergan ni fagaatti yoo waaman ni dhiyaatti


Question 15

Abbaas hin fakkaatu haadhas hin fakkaatu


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex