Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Waciitii wacoo afaan gara hinbeekan.


Question 2

Wadaroon tokko loon dhibba hidhate.


Question 3

Wajjin nyaannaa, maa huqqatta?


Question 4

Wal bira jirti; wal hinargitu.


Question 5

Warri gama sanaa hunxuxiidhaan balbala cufatu.


Question 6

Xaafii adii bosona jala facaase.


Question 7

Xinnaa beekaa; guddaa wallaalaa.


Question 8

Yaa midhaan akkana mi'aawu, yaa warra akkana nama nyaatu.


Question 9

Yemmuu lixxu diimtuu, erga lixxee adii, hojjattuu akka Faranjii.


Question 10

Yeroo dhufu ni iyya, yeroo deemu nicallisa.


Question 11

Yoo tuqan niboo'a.


Question 12

Yoo nyaatu, nijiraata; yoo dhugu, nidu'a.


Question 13

Dhagaa waqaraa hinqabne


Question 14

Dhangaa sareen hinyaanne


Question 15

Dheeraa qalbii gabaabaa


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex