Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Kaattu hinqaqqabdu; kaattu jala hinbaatu.


Question 2

Kan hojjate itti fayyadama; kan bite itti hinfayyadamu; kan hinbinne itti fayyadama.


Question 3

Kan qaban qabaa hinguunne, gadhiisan bakkee guutti.


Question 4

Kan shan dhaabe, shantamni hinbuqqisu.


Question 5

Katar kattaa lixe.


Question 6

Kophee koo narraa baasaa, waanin barbaaden himaa.


Question 7

Laga tokko keessaa hidda lama harkisan.


Question 8

Lama leenca, tokko reeffa, sareen duubaa dutti.


Question 9

Lo'aa akka bofaa; taa'aa akka dhagaa.


Question 10

Loon hinqabdu; ni elmatti.


Question 11

Manni aayyoo utubaa hinqabu.


Question 12

Maree si cuqqaale.


Question 13

Marqaan muka yaabbate.


Question 14

Mataan gara udduu, udduun gara mataa.


Question 15

Mataan niboba'a; garaan bishaani.


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex