Oromo Riddles - Hiibboo Afaan Oromoo

About Hiibboo (Riddles)

Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.


Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.

Question 1

Miila afur qaba; laga hince'u.


Question 2

Miila hinqabu; nitarkaanfata.


Question 3

Na hintuqinaa, waatu dhufaa.


Question 4

Namichi diimaan tokko hallayyaa keessaa waca.


Question 5

Namichi gurraachi balbala cufatee dhiitaa dhiita.


Question 6

Namichi tokkichi loon dhibba oofa.


Question 7

Namni gabaabaan nama dheeraa lafaan dhahe.


Question 8

Ninyaanna, ninyaanna sanyii isaa hinbeeknu.


Question 9

Ninyaata; hinquufu.


Question 10

Ninyaatti; hingabbattu.


Question 11

Obbolaan afran boolla tokkotti fincaa'u.


Question 12

Obboleessa koo bosonatti gateen gale.


Question 13

Of rukutee iyya.


Question 14

Ofii hinyaatu; nama hinlaatu; foon mataatti baata.


Question 15

Ofiifuu kan uffattu hinqabduu, dhagaatti uffisti.


Support Afoola.com

Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!

Support Afoola Oromoo

Other Folklores

Oduu Durii
Mammaaksa
Geerarsa

AFOOLA.COM

Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.

Follow Us
Contact Us

Finfinnee, Itoophiyaa

+251 912 778324

info@afoola.com

Newsletter

Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.

Designed by HTML Codex