Riddles are a form of puzzles that are generally composed of a question, a clue, and an answer. The questions can range from simple to complex and often require the use of logic and creative thinking to solve. The answer to a riddle is usually a pun, a humorous phrase, or an unexpected twist. Riddles are often used as a form of entertainment, but they can also help children develop problem-solving and critical thinking skills. Additionally, they can serve as a way to spark conversations and build relationships between people.
Riddles are a very common and popular game among oromo people, especially children. We invite you to have fun learning and asking each other the proverbs below.
Question 1
Osoo deemtuu waan adii buufte.
Question 2
Osoo hindhalin ilmoo gandaa baatti.
Question 3
Osoo waliin deemnuu, na dura mana seente.
Question 4
Osoon kolfuun gubadha.
Question 5
Qalqala hidhaa hinqabne
Question 6
Qeensa hinqabu; nama qimmiida.
Question 7
Qeesiidha; mataafi miilli hinbeeksisu.
Question 8
Qoraan mooraa guute, waan bobeeffannu dhabne.
Question 9
Qoree laga gubbaa yaa waraansa ishii
Question 10
Qotiyyoo adii yaa qonna isaa
Question 11
Qotiyyoo adiin nidheeda;diimaan ni alaalcha.
Question 12
Qotiyyoo gurraachi bosona keessa jira.
Question 13
Saani adiin sa'a gurraacha ciisaa kaase.
Question 14
Saani keenya diimtuun jabbii adii dhalte.
Question 15
Saani keenya eegee qaban malee hinfincooftu.
Hojii aadaa fi afoola babbareedoo uummata guddaa kanaa dhalootaaf dabarsuuf hojjannuuf nu gargaaraa!
AFOOLA.COM
Afoolota Oromoo garaa garaa kanneen akka oduu durii (durdurii), hiibboo, mammaaksa, jechama, ciigoo, sookoo fi soorgoo, geerarsa, tapha ijoollee fi wantoota aadaa uummata Oromoo calaqqisiisan isinii dhiyeessina.
Finfinnee, Itoophiyaa
info@afoola.com
Copyright © Afoola.com. All Rights Reserved.
Designed by HTML Codex